Tooftaalee 5n faayiloota Koompiitara kee irraa bade deebistee ittiin argachuu dandeessu
Sababa garagaraatiin koompiitara keenya irraa faayiloonni nu barbaachisan baduu danda'u. faayiloota nu jalaa badan kanneen deebisnee argachuudhaaf baayee rakkachuu dandeenya. maloonni shanan armaan gadii kun faayiloota koompiitara keessan irraa bade deebistanii akka argattaniif isin gargaaruu danda'u.
1. recycle bin keessa ilaaluu
Koompiitaroota…
Read More...